sammubani.com
Maqaalee Rabbii (Subhaanahu)-Kutaa 9.1 - Ibsaa Jireenyaa
Offline dubbisufDownload PDFPrintAl-Ahad, Al-WaahidNamoonni jireenya isaanii keessatti waa baay’ee beekuf ni carraaqu. Beekumsa dharra’an keessaa tokko waa’ee Gooftaa isaanii ilaalchisee beekudha. “Gooftaan isaanii fi addunyaa guutuu uume, tokko moo lama moo sadii moo ykn sani olii?” Jechuun of gaafatu. Waa’ee Gooftaa isaa ilaalchisee namni dhuma sirrii irra gahuuf qajeelcha isa barbaachisa. Qajeelcha malee cal’iseetumaan sammuu ofiitiin qofa yoo abuuree, deebii