sammubani.com
Gaa'ila Islaamaa-Lakk.5.1 - Ibsaa Jireenyaa
Offline dubbisufDownload PDFPrintNiiti Tee Akkamitti Filattaa?-Kutaa 1Jireenya keessatti dhiirri kamuu dubartii isaaf maltu filachuun jireenya gammachuu jiraachu barbaada. Sababa adda addaa irraa kan ka’e dubartii tana filata. Tarii waan bareedduuf bareedamuuf ishii filata. Tarii qabeenya waan qabduuf qabeenya ishiitti fayyadamuf ishii filata. Tarii sadarkaa waan qabduu fi sanyii gaarii irraa waan taateef ishiitti boonuf ishii filata. Tarii nuura (ifa) iimaanatiin waan faayamteef “Harka wal