oromianeconomist.com
Walaloo BAQQALAA GARBAA mana hidhaa Qilinxoo irraa erge
Walaloo BAQQALAA GARBAA mana hidhaa Qilinxoo irraa erge Daandiin keenya qoreen guutee Duugdi keenya ulee quuftee Abdiin osoo hin dhalatin Ifa hin argin Nurkaa duute. Haata’uyyuu malee…