oromianeconomist.com
Oromia (Gincii): Barattoonni Magaalaa Giincii fi naannawaashii hiriira bahuun karoora Maaster pilaanii Finfinnee balaaleeffatan.
(OMN:Oduu Sadaasa 12,2015): Godina Shawaa lixaa aanaa Ginciitti, barattoonni mana barumsa sadarkaa 2ffaa Gincii, maastar pilaanii Finfinneerratti, mormii jabaa dhageesisaa ooluu isaanii himame. Ma…