oromianeconomist.com
Magaalota Oromiyaa Adda Addaa Keessatti Dhiibbaan Afaan Oromoo Irratti Godhamaa Jiru Hammaachaa Akka Jiru Dargaggoo Sabboonaa Ibsaa Dhugaa Gaaffii fi Deebii SBO Waliin Taasiseen Beeksise
(SBO) – Afaan, seenaa fi aadaan Oromoo walumaagalatti eenyummaan Oromummaa duula gabroomfattootni dhabamsiisuuf irratti banan irra aanee sadarkaa har’a irra gahee jiru kana irra gahuu isaatiif gala…