ethiothinkthank.com
Qabsoo Oromoo fi Siyaasa Oromiyaa
Mangistuu Asaffaa Daadhii tiin Dhalli namaa jiruu hawaasummaa erga eegalee jalqabee qindaa’inaan qabsoo jireenyaa geggeessuun ni ture. Qabsoon bifa adda addaa qaba. Jiruudhaan itti fufuuf dii…