sammubani.com
Qur'aanatti Amanuu - Jireenya Badhaatu
Offline dubbisufDownload PDFPrintAkkuma yeroo darbee jenne kitaabbanitti amanuu jechuun Rabbiin irraa haqaan bu’uu isaanii, ergaan kitaabban kanniin keessa jiru dhugaa akka ta’ee itti amanuu fi hojii irra oolchudha. Kitaabban Qur’aana dura bu’an yeroo ammaa kan jijjiramanii fi micciramaniidha. Kanaafu, kitaabni tokkichi osoo hin jijjiramin hanga Guyyaa Dhumaa turu Qur’aanaa jechuudha. Sababni isaas, kitaaba dhumaa Rabbiin buusedha. Ragaan kanaa maal yoo