gadaa.net
QEERROO: Lubi Waldaa Makaane Iyyessuus Wallaggaa, Aanaa Waamaa Hagaloo Paaster Waggaarii Ayyaanaa Mootummaan Akka Kufuuf Waaqa Kadhatte Sababaa Jedhuun Hidhame – Gaaffiin Mirgaas Itti Fufe
Bitootessa 10, 2015 Gabaasa Qeerroo Naqamte Magaalaa Qassoo Keessatti Gaaffii Mirgaa Kaasuun Poolisoota Wayyaanee Waliin Wal Qabaa Jiru. Wallaggaa, aanaa Waamaa Hagaloo magalaa Qassoo keessatti Bit…